Daa’imman akkuma dhalataniin annan harmaa akka argatan gochuun lubbuu da’immanii waggaa waggaan darbu kan kuma dhibba saddeet ta’u hambisuuf kan gargaaru ta’uu jaarmayaan seev ze chiildreen jedhamu gabaasee jira.
Lubbuu da’imman umriin isaanii shanii gad ta’e galaafachuun kan beekamu hanqiina nyaataa gama hanqisuun annan harmaa qooda olaanaa kan qabu ta’uun ibsamee jira.
Bu’aa annan harmaa da’immaniif kennu kan ilaaleen gaaffii fi deebii gaggeeffame armaa gadiitti caqasaa.