WASHINGTON, DC —
Dhaabbati Raadiyoo fi TV Oromiyaa baatii darbe tarii addunyaa irraa maanguddoo umurii dheeraa ilaalchisuun gabaasa tokko dhiyeessee ture. Akka gabaasa sanaatti maanguddoon kun umuriin isaanii waggaa 160.
Kana irraa ka’uu dhaan Arsii lixaa ganda Washanrbo jedhamtutti bilbiluu dhaan Obbo Eebbaa dhaqqaboo argachuun haasofsiisnee jirra.
Seenaa Obbo Dhaqqaboo Eebbaa yeroo jalqabaaf barreessuu dhaan booda irras buufata Radiyoo fi TV Oromiyaatti kan beeksise akaakayyuu isaanii daragaggoo Hayyub ittisoos haasofsiisnee jirra. Ijoollee ijoollee isaanii dabalatee maatiin obbo Dhaqqaboo namoota 200tti kan siqan ta’uu Hayyub ibsee jira. Maanguddoon kun maqaa isaanii ibsuu dhaan eegalu.