WASHINGTON,DC —
Oromiyaalleen ji’a kanaa fi ji’a dhufulleetti dorgommmii akka akkaatiif qophiitti jiran. Dorgommii Guutu Biyyaa, ta godinootaa fi bulchiinsii magaalota irratti ispoortii 17tiin irratti wal dorgoman Muddee keessaa jalqaban.
Dorogmmii tana godina Wallagaa Bahaa, istaadiyoomii magaalaa Naqamteetti tapahtan. Istaadiyoomiin kun akka obboo Neggaa Tujubaa,Federeshiinii Atileetiksii Oromiyaa irraa jedhetti barana dhumata jedhanii abdiin eegatan.
Qaxxaamura biyyoolessaa torbaan dhufu Sulultaatti wal dorgoman.Dorogmmiin tun atileetota biyya fulaa bu’an keessaa filachuuf dorgoman.
Istaadiyoomii Baalee,Roobeetti ammoo dorgommmii chaampiyoonaa kilabootaan madaalaniniiti dorgoman.Gama kaaniin ammoo Atileetiin Itoophiyaa Hiwot Ayalew,Sadaasaa 24,bara 2013 dorgommii magaalaa Leffrinckoucke Faransaayitti dorgoman ta km 6.5 L’Acier moohatte.
Taphii EPL,dorgommii kilaboota Engliish eegii jalqabee torbaan 12 keessa jiraa, tapha kalee fi guyyaa dheengaddaatti goolii 30 gale.