WASHINTON,DC —
Prezidaantiin Yunaayitid Isteets Baaraak Obaamaa fi Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa Hayile-mariyaam Dessaalegyi – Wixata Kaleessaa waaree-booda, masaraa mootummaa Itiyoophiyaa keessatti tuta gaazzexeessotaaf ibsa kennanii turan.
Prezidaant Obaamaan ibsa isaanii keessatti, guddina Itiyoophiyaaf kabajamuun mirga dhala-namaa fi mirgi yaada walubummaan wal jijjiiruu barbaachisaa Muummicha-ministaraa Haayile-mariyaam waliin bal’inaan mari’achuu isaanii eeran.
Waa’ee kanaa, gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa.