FINFINNEE —
Sabaa himaalee biyya keessaas ta’e biyyootii alaa waliin hojjechuuf gumii paartii isaanii irratti utuu hin hafin murteessuu isaanii dura taa’aan IHADEG fi muummichi ministeeraa Itioopiyaa Haayilemaariyaam Dessaaleny beeksisaniiru.
Haala itti gaafatama qabuun hojjenna taanaan martinuu keenya fayyadamoo dha jedhan muummichi ministeerichaa.