WASHINGTON, DC —
Hiriira mormmii Oromiyaa kessattii torban sadii dura jalqabee itti fufaa jiru laalchisee dhabni mirgaa dhala namaatif falmmu Amnesty International kaleessa ibsa baaserratti tarkkanfiin mootummaan fudhachaa jiru kan gara jabenyaa fi hammenyaan guutamee ta’uu isaa fi kun immoo rakkina jiruuf furmaata akka hin taane ibse.
Amnesty International-tti damee Ameerikaatif daayreektara dhimmoota hariiroo mootummaa kan ta’an Obbo Adootii Akiwey wajjin ibsaa kana lalchisse Salem Solomon gaafi fi deebi tasistetti.