WASHINGTON, DC —
Dhummiinsa ayyanaa Irreechaa irratti gaheen gadda itti dhagahamee ibsaachuu akkasumas dhabbanni Komishinii Awroopaa mootummaa Itoophiyaa irratti dhibbaa akka godhu gafachuu dhaa guyyaa harraa haawaasnnii Oromoo fi hawaassni Itoophiyaa kaan wajjin ta'uudhan hiriira nagahaa Beeljiyem magala Brazulsitti geggeessanii jiru. Qopheesitoota hiriirichaa keessaa tokko han ta’an dura ta’aa hawaasa oromoo Beeljiyem, Obboo Yaayyaa Abdallaa dubbisnee jira.