WASHINGTON, DC —
Oromoonni godinoota Yunaaytid Isteets adda addaa keessa jiraatan harra Waashingtan Diisiitti hiriira mormii gegggeessan. Mootummaan Ameerikaa gargaarsa Itoophiyaa dhaa kennu akka dhaabu fi mootummaan Itoophiyaa mirga dhala namaa akka kabaju dhiibbaa akka gooduu waajjira Dhimmoota Haajaa Alaa Ameerikaa dhaqanii iyyata galfatanii jiru.
Qindeesitootaaf hirmaatota hiriirichaa keessaa han dubbisne qabna. Kana cuqaasuun dhaggeeffadha.