Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gurmuulee Mirga Dhala-namaa: ajajni uggura imalaa haaraan waan fooyya’e hin qabu


FILE - White House Chief Strategist Steve Bannon listens at right as President Donald Trump speaks during a meeting on cyber security in the Roosevelt Room of the White House in Washington.
FILE - White House Chief Strategist Steve Bannon listens at right as President Donald Trump speaks during a meeting on cyber security in the Roosevelt Room of the White House in Washington.

Gurmuuleen mirga dhala-namaa, waa’ee lammiwwan alaa Yunaayitid Isteets seenan ilaalchisne, ajajni hooggana ol’aanaa, Prezidaant Traamp mallatteessan ajaja uggura imalaa isaan baatii Amajjii keessa mallatteessan irraa waan fooyya’e hin qabu, jedhu. Akka dura dhaabbachuuf jiran illee dubbatu.

Ajajni uggura imalaa baatii dabre keessa Prezidaant Traamp baasanii turan, dirreelee xayyaaraa biyya keessaa fi alaa irratti danqaa fi waliin-dha’ama uumee waan turee fi akkasumas, hedduu waan qeeqameef, mana-murtiitiin uggurame. Ajajni haaraa ba’e kun, uggura yeroo xumuraa hin qabne Siiriyaa irra kaa’amee ture kan kaase yoo tahu, Iraaqiin biyyoota Musliimaa ugguraman toorba keessaa baasee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Gurmuulee Mirga Dhala-namaa: ajajni uggura imalaa haaraan waan fooyya’e hin qabu
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:56 0:00

XS
SM
MD
LG