WAASHINGITAN, DIISII —
Paartiin tokkummaa guutummaa Itiyoopiyaa MEAD fi Semaayawii paartiin waliin hojjechuuf galmee isaan dandeessisu walii mallatteessan.
Hoogganoonni paartii lamaanii walii galteen isaanii qoran qorannaa bal’aa irratti kan hundaa’e ta’uu isaaf gara walitti makamuutti kan deemu ta’uu beeksisaniiru. Paartileen kun kutaalee biyyattii irra hedduu keessatti caasaa diriirfachuu isaanii illee ibsaniiru.