Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Traamp: Akkaataan Gorsaan Naga-eegumsaa Isaanii Duraanii Itti Qoratame "Kan Madaallii Haqaa Eege Miti" Jedhan


Prezidaantiin Yunaayitid Isteets – Donaald Traamp, gorsaa naga-eegumsa biyyoolessaa duraanii – Maayikil Fliiniif marartee qaban agarsiisuudhaan, “waa’ee Raashiyaan filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteets bara 2016 keessa harka galfachuu ilaalchisee akkaataan Filin itti qoratame kan madaalii haqaa eege miti” jedhan.

Filin, baatii Amajjii dabree marii Yunaayitid Isteetsitti Ambaasaddara Raashiyaa waliin qabaatan ilalchisanii FBI-tti sobuu isaanii, torban dabre amananii turan. Traamp prezidaantummaa muudamuu isaanii torbanneen haga tokkoo dura, ka Maayikil Filin, Ambaasaddaricha Raashiyaa waliin mari’atan.

Prezidaant Traamp -- Soba Filin dubbatan kana, ka mormituun isaanii – Hillarii Kilinten, waa’ee Iimeelii isaanii qoratamanii dubbatan wajjiin akka wal-qixxee tahetti dubbatan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG