Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Olompikii addunyaa Kooriyaa Kibbaatti itti jiranii Amerikaan haga ammaatti madaaliyaa sagal argattee kana keessaa warqiin lama


Dibbii,baphi,buffi,dhuqqi jechaa jigaa ituma kahanii,cabbie ufi irraa jissaa itti deebi’an.

Biyya 92 itti dhufee atileetota 2,920 tahanitti dirree magaalaa Penyongchaangi keesstti wal cabbii irratti waldorgomuutti jira.

Guyyaa dheengaddaa jalqabanii jalqabanii Gurrandhalaa 25 dhumata.Warrii haga ammaa dorgomuutti jiru biyya haga guddaan cabbii keessa qubatan.

Haga ammaan tanaatti Jermenitti madaaliyaa 7 afur warqii tokkeessoo jirti. Nezeralaandi madaaliyaa 7 ka sadii warqii sadeessoo.

Amerikaa madaaliyaa 4 warqii 2n abreessoo jirti.Jamie Anderso faatti warqiin galeef.Galgala kanallee Amerikaan Will Chloe Kim fi Kelly Clark irraa warqii eegatti.

Dorgommii cabbii irraa tana gosa ispoortii hedduutiin cabbii irratti wal dorgoman. Mummucaachaa jijjiganii itti ka’an.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG