NAQAMTEE —
Naannoo Beenishaangul Gumuz Aanolee Dibaaxii fi Buulanitti qaamotni hidhatan namoota ajjeesuu fi qe'eerraa buqqisuu jiraattotni aanolee kanneenii dubbatanii jiru.
Geggeessitootni aanolee lamaanii kan Irratti deebii kennuu irraa of-qusatanii jiru.Bakka bu'aan ODP naannoo sanaa garuu rakkoon kun yeroo Koomaand poostiin hojiitti seenu hiikkataa jedhan.
Gabaasa Guutuu Caqasaa