NAAYROOBII —
Godinaalee Gujii Lixaa keessatti dhuma torbee darbee erga tarkaanfii Raayyaan Ittisa biyyaan namootni naga lubbuun darbee ammas haalli nageenya naannoo bakkatti hin deebi’in akka jiru jiraattonni dubbatan.
Ammas kaleessa Gujii Lixaa Aanaa Galaanaatti humnoota nageenya eegsisanuun lubbuun namaa darbuu jiraattoni Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jirani.
Galmoo Daawit dabalata isaa akka itti aanutti qopheesseera.