FINFINNEE —
Marii ABO obboo Galaasaa Dilbootin hoogganamu pirezidaantii naannoo Oromiyaa waliin kaleessa marit’an.
Marii kanaanis qamoolen lammeen qabsoo kara nagaan waliin gaggessuuf kan waliif galaan yoo ta' uu,dhimmi isaani giddugala tasiifataanis fayidaa,dantaafi tokkummaa ummataa Oromoo egisiisuu irratti akka ta'e ibsamera.