NAQAMTEE —
Koomaand Poostiin naannicha geggeessu gama isaan haalli nageenyaa fooyya'aa waan jiruuf yeroo guutummaa guutuutti nagaan naannichaa mirkanaa'u rakkoon jedhame kan furamu taha jedheera.
Mariin nagaa waarawaa fiduu fi araara uummata lamaan jidduutti deebisu dhiyeenyatti ni taa'ama jedheera.