ADAAMAA —
Hawaasni Oromoo gosa Jaarsoo fi Hawaasni Somaalee gosa Garrii rakkoo gidduu isaaniitti uumamaa ture furachuuf araaraan jiraachuu beeksisan. “Durumaanuu qaama dantaa biraa qabu tu obboleeyyan gidduu seenee wal-lolsiisaa ture,” jedhu – maanguddoonnii gama-lameenii.
Sababaaa walitti-bu’insaan namoota gam-lamaan irraa manaa fi manaa fi qehee ofii irraa buqqa’an deebisanii dhaabuufillee bulchitoonni gam lameenii kan hojjetaa jiran tahuun himamee jira.
Muktaar Jamaal tu gabaase.