FINFINNEE —
Fiilmiin artistii Jafar Yusuuf ''Siribii '' jedhamu Dilbataa darbe Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti ebbifamee jira.
Eebbaa fiilmii kana irratti kan argamtee turte – gabaastuun VOA Tsehaay Daamxoo, daarektara fiilmichaa fi artistoota hojii artii adda addaatti bobba’anii jiran waa’ee filmichaa haasofsiisuun gabaasaa ergite qabdi. Guutummaa isaa caqasaa.