ADAAMAA —
Manni-murtii olaanaan Godina Arsi Lixaa, himatamtoota yakka ajjeechaa sukanneessaa raawachuu fi erga ajeesanii booda nama gad-garagalchanii fannisuun himataman lama irratti hidhaa umrii guutuu muruu isaa Abbaan alangaa Bulchiinsa Magaala Shaashamannee beeksisee jira.
Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa.