ADAAMAA —
Adeemsa Jijjiramaa wagga tokko keessatti hojjatameen bu'aan argamuu isaatii fi kan gama fuula duraatifis hawaasni akka tiiksu ODPn waamicha dhihesse.
Koreen jiddu galessaa Oromo Dimokraatik Partii walgahii guyyota sadihiif taa'een hanqinaaf cimina hojii isaa gamaagamuu isaa beeksisee jira.
Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa.