FINFINNEE —
Ajjeechaan sanyii Ruwaandaatti tasifame waggaa 25ffaan isaa torban dabre irraa jalqabee yadatamaa jira. Rakkoo kana irraa Itoophiyaan maal barachuu qabdi?
Namoonni adda addaa yadaa isaanii Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf kennanii jiru. Kano du-gabaastuun keenya, Tsahaay Daamxoo qindeessite caqasaa.