NAAYROOBII —
Jiraattonni Aanaa Gujii Lixaa Aanaa Galaanaa torbee darbee kaasee humnootni mootummaa nageenya kabachiisan miidhaa nurraan geessisaa jiruu jechuun dubbatan.
Humnootni Mootummaa kun Gandoota Aanichaa Sadii keessatti mana jiraattotaa akka guban jiraattonni himaniiru. Bulchiinsi Godina Gujii Lixaas himanna kanaaf deebii kennee jira; Galmoo Daawit.