FINFINNEE —
Magaala Asallatti marii haala yeroo ammaa irratti jiratoonni magaalattii fi naannawwaa ishii angaa'otaa motummaa waliin kaleessa geggeessan irratti itti gafatamaa wajjira giddugallessa Partii Dimokiratawwa Oromoo – Obbo Addisuu Aragaaf dhifamnni godhamuu qaba, jedhamee jira.
Sababaa muudama federaalaan aangawoota Oromiyaa taayitaa naannoo irraa kaasamanii fi hoji-dhabdummaa dargaggootaa ilaalchisuunis marii kana irratti gaaffiileen dhihaatanii jiran.
Kantiibaa magalaa Finfinnee obbo Takkala Umaa fi angawotaa motummaa ka biroo tu gaaffiilee ka’aniif deebii kenne. Gabaasaa guutuu caqasaa.