FINFINNEE —
Pirezidantiin Itoophiyaa duraanii Dr.Nagaasoo Gidaadaa biyya Jarmanitti wallansarra osoo jiranii, Sanbata dabre, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Ebla 19 bara 2011 du'aan boqotan.
Dr. Nagaasoon nama aantummaa sabaa qaban, kan bakka hundaatti sabboonummaa cimsuuf hojjechaa turani, jedhu namootnni itti dhiheenyaan isaan beekan ibsa Sagaalee Amerikaaf kennaniin.
Gabaasaa guutuu caqasaa.