FINFINNEE —
Guyyaa Sabaahimaa Walabaa har’a Itiyoophiyaatti kabajama jiru sabbabeffachuunn Yunivarsitii Finfinneetti, Manni-barnootaa Ogumma Gazzexeessummaa fi Abbaan Taayitaa Birodikastii Itoophiyaa dhimma walabummaa miidiyaa irratti marii geggeessanii jiru.
Marii kana irratti daarektarri darektoreetii dhimmota Koomiyunikeeshinii Abba Tayitaa Biroodkaastii Itiyoophiyaa Obbo G/Giyorgisii Abrahaa akka dubbatanitti, yaada dhuunfaa fi oguma gazzexeessummaa addan baasuu dhaabuun bilisummaa miidiyaaf qormaata tahee jira.
Tsahaay Daamxoo tu bakka marii sanaatti argamuun, Finfinnee irraa gabaase. Guutummaa isaa dhaggeeffadhaa