NAAYROOBII —
Hojiin tajaajila geejjibaa mootoraan kennuu godinaalee gujii lameen keessatti erga dhowwamee rakkoo keessa buunee jedhu warri hojii kanaan bulan.
Jiraattonni hojii kanaan maatii keenya bulfanna jedhan mootummaan fala nuuf barbaadu male maatii keenya bulfachuu dadhabnee jechuun komii qaban dhiyeeffatanii jiru.
Bulchiinsi Godinaa deebii isaaiif kenneeti jiraa; Galmoo Daawit.