NAAYROOBII —
Godinaalee lameen irraa kanneen Sagalee Ameerikaatti dubbatan, “wal-dhabbiin humna Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa jidduu jiru nu yaaddessaa jira,” jedhu.
Aangawoonni Mootummaa fi WBOn gamaa fi gamanaa rakkoo sanaaf wal-himataa jiru. Galmoo Daawwit tu qaamota dhimmi ilaallatu dubbisuun Naayiroobii irraa gabaase.