Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Maatii Buufata Baqataa Keessa Jiraatu Gidduutti Guddachuu, Abdii, Barnoota Fi Dargaggummaa


‘Maatii Buufata Baqataa Keessa Jiraatu Gidduutti Guddachuu, Abdii, Barnoota Fi Dargaggummaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:13 0:00

Kaaba Baha Keeniyaa kutaa Bulchiinsa Garrisaatti kan argamu Dadaab keessa Baqattoota Kuma 200 fi Kuma 50 oltu jiru. Isaan keessaa baqattoonni Itiyoophiyaa gara Kuma 10tti tilmaamamu. Baqattoonni Oromoo as jiraatanis gara maatii 150 ti jedhu; bakka bu’aan baqattoota Oromoo Dhadhaab.

Maatii baqattoota Oromoo Dadaab keessa jiraatan ka horan dargaggoonni hedduun Kaampii Dadaab keessa jiraatu. Haalli jireenyaa, barnoota fi kaan mijachuu baatus carruma arganneen egeree keenya milkeeffachuuf dhamaana jedhu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG