WAASHINGITAN, DIISII —
Yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraatti geggeessamee, hoogganoonni naannoo sanaa fi kan Raayyaa Ittisa Biyyaa galaafate ilaalchisee, Jaarmayaaleen siyaasaa Oromoo maal jedhu?
Gama biraan, kan ajjeechaa sana hoogganan – jedhamanii fi booda ajjeefafman – Jeneraal Asaamminew Tsiggee kaleessa Laalibalaatti sirni awwaalcha isaanii raaw’atamee jira.
Ka dur Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa keessatti Jeneraal Asaamminew Tsegee waliin hojjetan – Jeneraal Kamaal Galchuu waan jedhan qabu.
Guutummaa qophichaa caqasaa