Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Barnoota Janaraal Taaddasaa Birruu Finfinneetti Argamuu Da'imman 669 Eebbisiise


Manni Barnoota Janaraal Taaddasaa Birruu
Manni Barnoota Janaraal Taaddasaa Birruu

Bulchinsaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gulaalleetti kan argamu - Manni Barnoota Janaraal Taaddasaa Birruu, kan afaan Oromoon leenjise da'immaan 669 xumura turban dabree irra eebbisiise.

Manni barnootaa kun, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 2011, barattoota 4000 ol olmaa da'immaanii irraa hangaa kutaa 10ffaatti simatee barsiisa ture. Mana-barnootaa haaraa waan taheef hanqinoota adda addaaf akka saaxilamaa turee fi amma hagi tokko akka furmaata argate dubbatu - Itti gafatamaan wajjira barnoota kutaa magalaa Gullallee - Obbo Adimasuu Dachaasaa.

Tsahaay Daamxoo tu gabaase

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:32 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG