Xurree ittiin seenan

Breaking News

YALI fi Uffata Aadaa Biyyoota Afrikaa

Ijoolleen Afrikaa umuriin isaanii 25-35 edduu ta’e, biyya isaanii keessatti hojii hoggansaa, waa uumuu, jiruufi jireenya haawasa keessaa bahanii fooyyeessuu irraatti hojjatanii milka’an hojii isaanii daraan akka cimsan leenjiif gara Ameerikaa dhufan. Kaayyoon leenjii kanaas muuxannoo wal jijjiiruu fi dandeetti cimsachuu dha.

Leenjiin bara 2019, jalqaba torban kana as magaala Waashingitan Diisiitti baname.

Hirmaattonnis haala kanaan aadaa fi duudhaa biyya ofii agarsiifachuuf galma baniinisi sagantaan yaalii itti qophaahetti argaman.


Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG