Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarsoliin Zoonii Hadiyyaa Hoogganni Keenya Hojii Irraa Ari’muun Ka Sirnaa Miti Jedhan


Zooniin keenya naannolee rakkoon keessatti uumametti dabalamee maqaan dha’amuu isaatiif bulchaanis hojii irraa ugguramuun gaaffii nutti uume jechuu dhaan jaarsoliin biyyaa zoonii Hadiyyaa beeksisaniiru.

Iyyachuuf kan Finfinnee deeman bakka bu’oonni jaarsolii biyyaa zoonii Hadiyyaa akka jedhanitti murtii DEHIDIN murteesse haala qabatamaa naannoo jiru hin calaqqisu.

Itti gaafatamaan waajjira DEHIDIN fi miseensi koree hoji raawwachiistuu obbo Moges Baalchaa torbee VOAf ibsa kennaniin tarkaanfii fudhachuuf hanga rakkoon uumamutti eeguun akka nama irra hin jiraannee fi dogoggora darbe irraa barnoonni argamuu ibsaniiru jedha Eskinder Frew Finfinnee irraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:51 0:00
More
XS
SM
MD
LG