FINFINNEE —
Waraana Bilisummaa Oromootti, Ajajaa loltoota Wallgga Baha ka turee fi maqaa “Diinaraas” jedhamuun kan beekamu – Hundee Dheeressaa, namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen ajjeesame – jechuun Waajirrri Bulchiisaa fi Nageenyaa Oromiyaa dubbatee jira.
Namoonni gochaa kanatti shakkaman qabamuu isaanii fi poolisiin ka qorannaa geggeessaa jiru tahuulee, aangawaan waajirichaa dubbatanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.