FINFINNEE —
Mariin halaa egeree Oromoo fi biyyaatti irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti kalessa deemsisamee jira.
Muuummichi-ministaraa Abiyya Ahimed, prezidaantiin Oromiyaa Obbo Shimellis Abdiisaa fi Ministarri Ittisaa Itiyoophiyaa Obbo Lammaa Magarsaa ka marichatti hirmaatan yoo tahu maanguddoonnii fi bakka-bu’oonni hawaasaas marii argamanii jiran.
Namoonni marichatti hirmaatan, “kan hirmattoonni dhagahuuf deeman fi kan motummaan itti mari'achuuf waamee adda adda,” jedhan.
Gabaasaa guutuu caqasaa.