FINFINNEE —
Waggoota lama hojii kana irra turteen kaappitaala hojii ishee kuma dhibba lamaa fi sagaltama irraa gara miliyoona sadii fi kuma dhibba lamaatti guddisuu ishee dubbatti – Gaaddiseen.
Tsehaay Daamxoo tu, waa’ee muuxannoo ishee haasofsiisee gabaase.