AMBOO —
Kiristel Arnes jedhamti. Ogeettii Fayyaa waggoota hedduu dura biyya Jarmanii irraa gara Itiyoophiyaa deemtee, Godina Iluu Abbaaboor, Wallagga Lixaa fi Shawaa Lixaa keessatti namoota dhibee Toonnoo yokaan Dhiita Miillaa qaban gargaaraa jirtu. Afaan Oromoollee qajeelchitee dubbatti.
Gaaffii fi deebii Afaan Oromootiin waliin geggeessine :
Kutaa 1ffaa:
Kutaa 2ffaa: