FINFINNEE —
Ajjeechaa barattoota oromoo yunivarsiitii Waldiyaatti rawwatame balaaleffachuf yunivasiitiwwanii fi manneen barnootaa adda addaa Oromiyaa keessatti argaman keessatti hirriri nagaa fi lagannaan nyataa karaa nagaan geggeessame, jedha Biiroon bulchiinsa fi Nageenyaa Oromiyaa.
Barattoonnii Yunivarsitiilee fi Manneen barnootaa Oromiyaa keessaa mormii isaanii haala naga-qabeessaan geggeeffachuun galateeffatan, Itti-aanaa Hoogganaan Biirichaa, Koloneel Abbabaa Garasuu.
Gabaasaa guutuu caqasaa.