AMBOO —
Pirezidaantiin Yunivarsiitii Amboo Dooktor Taaddaasaa Qana’aa haala yeroo ammaa Yunivarsiitiiwwan Itoophiyaa keessaa fi Yunivarsiitii Amboo keessatti mul’atu irratti Raadiyoo Sagalee Ameerikaa waliin dubbatanii jiran.
Barattoota 10 torban darbe mooraa isaanii keessaa ari’aman, jedhame irrattis deebii kennanii jiru.