Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexeessaan Lammii Taanzaaniyaa Badhaasa Sadarkaa Addunyaa Badhaafame


Torban kana Meeloon garee mirga gaazixeessotaaf falmu CPJ birraa badhaasa walabummaa presii sadarkaa addunyaa argatee jira.
Torban kana Meeloon garee mirga gaazixeessotaaf falmu CPJ birraa badhaasa walabummaa presii sadarkaa addunyaa argatee jira.

Maxence melo ofii isaa gaazexeesaa akka tasaa jedhee of waama. Marsaan interneetii inni Taanzaaniyaa keessatti jalqabe kan Jamii Forums jedhamu ergama tokko qaba. Kunis dargaggootaaf sagalee ta’uu, walabummaan yaada ibsachuu fi malaammaltummaatti duuluu irratti hojjeta.

Haa ta’u malee dhiibbaan marsariitiin isaa qabuu fi deebiin angawoota Taanzaaniyaa salphaa ture. Meloon waggoota sadarn darban keessa yeroo 137 mana murtiitti dhiyeaate. Yeroo lama hidhame, guyyaa 14 mana hidhaa keessa ture.

Walabummaa ilaalchisee uggura guddaatu na irra jira, garuu walabummaa bu’uuraa kan akkasiif gatii nuti baasuu qabnu jechuu dhaan VOAf ibsee jira.

Torban kana Meeloon garee mirga gaazixeessotaaf falmu CPJ birraa badhaasa walabummaa presii sadarkaa addunyaa argatee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG