Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Federaalistii Gumii Isaanii Meqeleetti Geggeessan Xumuran


Gumii Meqeleetti geggeeffme
Gumii Meqeleetti geggeeffme

Heeraa fi Sirna federaalaa Bakka bu’iinsa sabootaa of keessaa qabu oolchuu mata duree jedhuun dheengadda Muddee 3-4 bara 2019tti magaalaa Meqeleetti gumi geggeesamaa ture irratti kanneen hirmaatan ibsi ejjennoo baasan/ IHADEG sirna federaalizimi bakka bu’iinsa sabootaa of keessaa qabuun biyyi inni geggeessuuf adaraa fuudhee fi aangoon siyaasaa itti kenname daandii irraa maqee biyyattiin gara diigamuutti deemaa jirti jedha ibsi sun.

Koree wixineessu kan hirmaattonni hundeessanii fi xumura gumii isaanii irratti qabxii shan kan qabu ibsi ejjenoo dubbisaan dhageessisame Itiyoophiyaa keessa amma jira kan jedhan rakkooleen akka hiikamaniif ni hojjenna, furmaataafis waliin taanee qabsoofna jedha Ibichi.

Humnoonni Federaalistii Gumii Isaanii Meqeleetti Geggeessan Xumuran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:20 0:00


XS
SM
MD
LG