AMBOO —
Addi Bilisummaa Oromoo haala yeroo ammaa fi waa’ee filannoo dhufaa jiruu irrrati kaleessa magaalaa Ambootti uummata waliin mari’atee jira.
Hayyu-dureen ABO, Obbo Daawud Ibsaa, kora kana irratti argamuun haasawa dhageessisaniin filannoon Biyyaalessaa barana geggeeffamu nagaan akka xumuramuuf hundinuu gahee irraa eegamu akka bahatu waamicha dhiheessan.
Gabaasaa guutuu caqasaa.