FINFINNEE —
Kan kaleessa magaalaa Finfinnee keessatti eegale mariin dhaabota siyaasaa naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa kessaa socho'anii falawwan furmaata jedhu lafa kaa’uudhaan har’a xumuramee jira.
Rakkoo nagenyaa dhaabbatoota barnootaa kessatis ta' e guutuu biyyattii keessatti mul'atutti fala barbaaduudhaaf mariin biyyaalessaa fi wal hubannaa barbaachisaa ta’uullee dubbatan.
Gabaasaa guutuu caqasaa.