ADAAMAA —
Wal-dhibdee Affaarii fi Somaaleegidduu ture furuutti ka fuuleffate waltajjin jaarsumaa tokko har’a Adamaatti eegalamee jira. Waltajji kana irratti jaarsoliin naannolee hunda irraa bakka-buufaman kan argaman yoo ta’u gama Affaarii fi Somaaletis bakka bu’oonni argamanii jiru.