AMBOO —
Namoonni Godinaalee Harargee irraa waggoota sagal dura sababa hongeen buqqa’anii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu qubachiifaman, qonnaaf miija’uu dhabuu lafaatiin, akkasumas hanqina bishaaniin ammas, irra deebiin buqqa'uuf dirqamuu isaanii himan.
''Mucaan kiyya waan nyaatu dhabee beelahe firii barbaacha muka kore irraa lafa dhahee du'e''
Waajjirri hooggansa Sodaa Balaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa rakkoo buqqaatota kanneenii furuuf koree hundeessuu isaa beeksisee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.