ADAAMAA —
Namoota vaayirasii koronaan shakkaman 39 kan ilaaleen Eeruu isa dhaqabee akka ture instituyutiin fayyaa Hawaasa Itoophiyaa beeksisee jira.
Kanneen keessaa namootni 14 malatton vaayirasicha irratti muldhataa ture Qoratamanii bilisa ta'uu isaani instituutiin kun beeksise.
Imaltoota 172,000 ol ta'aniif sakatta'insi Owwa qaama taasifamuu ibsamee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa