WAASHINGITAN, DIISII —
Haasawa jibbinsaa fi tamsaasa ragaa sobaa ittisuu fi to’achuuf wixinee seeraa dhihaateef raggaasisee. Manni-maree bakka-bu’ootaa bara hojii isaa shanaffaatti walga’ii hatattamaa har’a taa’een seera kana raggaasise.
Miseensoonni mana maree labsii kana irratti yaadaa fi ilaalacha qaban kan ibsan yoo ta’u “mirga yaasa ofii ibsachuu” waliin kan wal hin faalleessine ta’uun ibsamee jira.
Gabaasaa Guutuu Caqasaa