FINFINNEE —
Tatamsa'ina Vaayirasii Koronaa ittisuuf qajeelfamoota bahan lammiilee hojii irra hin oolchinerratti har'a irraa eegalee ka tarkaanfii fudhatu tahuu ibse - Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa.
Waajirri Poolisii Federaalaa qajelfamoota ittisa tamsa’ina Vaayirasii Koronaa ittisuuf bahan gara hojiitti jijjiiruuf miseensota isaa fi uummataaf hubannoo kennuu irratti kan hojjetaa ture tahuu ibsee, har’a irraa eegalee hojiitti akka seenu dubbate.
Gabaasaa guutuu caqasaa