FINFINNEE —
Itiyoophiyaa keessatti weerara Koroonaan walqabatee hanga amma namoonni lama ka du’an yoo tahu lakkoobsi namoota vaayrasichaan qabamanii 44 gahee jira.
Weerara kana ittisuuf namoota vaayiresichaaf saaxilamoo tahaniif qorannaa taasisuun kan jalqabame yoo ta'uu Qoranaan COVID 19 sadarkaa hospitaalaa qofatti ture hanga bufataalee fayyaatti akka gadi bu'u hojjatamaa akka jiru ministarri Fayya beeksisee jira.