FINFINNEE —
Aajjeechaa itti gaafatamaa waajjira nageenyaa magaalaa Buraayyuu Komishinar Salamoon Taaddasaa waliin wal qabatee namoonni ta’annoo jala oolfaman eessatti akka hidhamanii fi haala akkamii keessa akka jiran beekuu hin dandeenye jechuun maatiin isaanii yaaddoo isaanii VOAtti himan.
Dhimma kana ilaalchisuun kan gaafataman dubbi himaan Mootummaa naannoo Oromiyaa "namoonni jedhaman harka Poolisii Oromiyaa hin jiran," jedhan.
Gabaasaa guutuu caqasaa