Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhiibbaa Weerarri Koronaa Uumeen Uummatni Addunyaa Nuusa Biliyoonaa Ta’u Beela Hamaaf  Saaxilamuu Mala, Jedhame


Snyaataa Nyaata Addunyaa, FAO fi Jaarmayaalee ka biroo 14iin gabaassaa haaraa bahe, ka bara 2020 tu kana beeksise. Vaarasiin daddabraan biyyoota Addunyaa irra faca’e, COVID 19 dhaga’amuu isaa dura, gabaasaan sagantaa nyaata Addunyaa bahe, guutmmaa addunyaa irratti uummmatni miliyoona dhibba tokkoo fi miliyoona soddomii shan beela hamaadhaan gidiramaa jira, ka jedhu ture.

Amma garuu, qorattoonni gabaasicha baasan, yoo tarkaanfiin hatattamaa fi cimaan hin fudhatamne, sababaa vaayirasii Koronaa kanaan, lakkoobsichi dachaa dhaa ol akka dabaluu malu akeekkachiisan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Dhiibbaa Weerarri Koronaa Uumeen Uummatni Addunyaa Nuusa Biliyoonaa Ta’u Beela Hamaaf  Saaxilamuu Mala, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00


XS
SM
MD
LG